Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
037

As-Saffat 37:113 وباركنا عليه وعلى اسحاق ومن ذريتهما محسن وظالم لنفسه مبين ١١٣

37:113
وَبَٰرَكۡنَا
عَلَيۡهِ
وَعَلَىٰٓ
إِسۡحَٰقَۚ
وَمِن
ذُرِّيَّتِهِمَا
مُحۡسِنٞ
وَظَالِمٞ
لِّنَفۡسِهِۦ
مُبِينٞ
١١٣

Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa goone.

Sanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira.

Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Ibrahim's Emigration, the Test of the Sacrifice of Isma`il, and how Allah blessed Him

Allah tells us that after He helped His close friend Ibrahim, peace be upon him, against his people, and after Ibrahim gave up hoping that they would ever believe despite all the mighty signs that they had witnessed

…

Ibrahim's Emigration, the Test of the Sacrifice of Isma`il, and how Allah blessed Him

Allah tells us that after He helped His close friend Ibrahim, pea

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 37, Page 450, Juz 23

99. Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na qajeelcha. 100. (Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.” 101. Ilma obsaadhaan isa gammachiifne. 102. Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma kiyya! Ani manaama keessatti kan si gorra’un arge. Waan siif mul’atu ilaali.” (Ilmis) ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! Waan ajajamte dalagi. Yoo Rabbiin fedhe obsitoota irraa ta’uu na argita.” 103. Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse. 104. Nutis “Yaa Ibraahiim!” jechuun itti lallabne. 105. “Abjuu (kee) dhugoomsiteetta. Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina.” 106. Dhugumatti, kun mokkoroo ifa galaadha. 107. Gorra’amaa guddaadhaan isa furre. 108. Isaaf (yaadannoo gaarii) warra boodaa keessatti dhiifne. 109. Nageenyi Ibraahiim irra haa jiraatu. 110. Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina. 111. Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi. 112. Is-haaqiin isa gammachiifne, nabiyyii warra gaggaarii irraa kan tae. 113. Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa goone. Sanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute