Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
037

As-Saffat 37:35 انهم كانوا اذا قيل لهم لا الاه الا الله يستكبرون ٣٥

37:35
إِنَّهُمۡ
كَانُوٓاْ
إِذَا
قِيلَ
لَهُمۡ
لَآ
إِلَٰهَ
إِلَّا
ٱللَّهُ
يَسۡتَكۡبِرُونَ
٣٥
Isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The arguing of the Idolators on the Day of Resurrection

Allah tells us that the disbeliever will blame one another in the arena of Resurrection, just as they will argue with one another in the levels of Hell:

وَإِذْ يَتَحَآجُّونَ فِى النَّـارِ فَيَقُولُ الضُّعَفَاءُ لِلَّذِينَ اسْتَكْـبَرُواْ إِنَّا ك

…

The arguing of the Idolators on the Day of Resurrection

Allah tells us that the disbeliever will blame one another in the arena of Resurrection, just a

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 37, Page 447, Juz 23

22. “Isaan miidhaa dalagan, hiriyoota (fakkaatoo) isaaniitiifi waan isaan gabbaraa turanis walitti qabaa” (malaykotaan jedhama.) 23. “Rabbiin ala (warra gabbaraa turan walitti qabaa); gara karaa ibidda jahiim isaan qajeelchaa. 24. Isaan dhaabaa; dhugumatti, isaan ni gaafatamu. 25. Sila maal taataniiti waliif hin tumsine?” 26. Dhugumatti isaan har’a harka kennoodha. 27. Gariin isaanii garii irratti gara galanii, wal gaafatu. 28. Ni jedhu: “dhugumatti, isin mirga irraan [gaarii fakkeessuun] nutti dhufaa turtan.” 29. Ni jedhuun: “isinumatu mu’uminoota hin ta’ini. 30. Nuti isin irratti aangoo hin qabnu turre. Garuu isinumatu ummata daangaa dabroo taatan.” 31. Jechi Rabbii keenyaa nurratti mirkanaa’eera; dhugumatti nuti (adabbii) dhandhamoodha. 32. Ofii keenyaa jallanneeti isin jallifne” [jedhu]. 33. Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha. 34. Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna. 35. Isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu. 36. “Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu. 37. Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse. 38. Isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu. 39. Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute