Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
037

As-Saffat 37:45 يطاف عليهم بكاس من معين ٤٥

37:45
يُطَافُ
عَلَيۡهِم
بِكَأۡسٖ
مِّن
مَّعِينِۭ
٤٥
Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Punishment of the Idolators and the Reward of the sincere Believers

Allah says, addressing the people:

إِنَّكُمْ لَذَآئِقُو الْعَذَابَ الاٌّلِيمِ - وَمَا تُجْزَوْنَ إِلاَّ مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ

(Verily, you are going to taste the painful torment; and you will be requited nothing except for what

…

The Punishment of the Idolators and the Reward of the sincere Believers

Allah says, addressing the people:

إِنَّكُمْ لَذَآئِقُو الْعَذَابَ الاٌّلِيمِ -
…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 37, Page 447, Juz 23

40. gabroottan Rabbii qulqulluu malee. 41. Warri sun hiree (kennaa) beekamaa ta’etu isaaniif jira. 42. kabajamoo ta’anii fuduraaleen isaaniif taatuudha. 43. Jannata qananii keessatti (kabajamoodha). 44. Haala walitti gara galoo ta’aniin sireewwan irratti ta’u. 45. Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama. 46. Adii, warra dhuganiif mi’ooytuu kan taate. 47. Ishee keessa dhukkubni hin jiru; isaan ishee irraa hin machaa’anis. 48. Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu jira. 49. Isaan (qulqullina keessatti) akka hanqaaquu eegamaati. 50. Gariin isaanii garii irratti, gara galaniiti wal gaafatu. 51. Jedhaan isaan irraa ta’e ni jedha: “ani (addunyaa irratti) hiriyaan qaba ture. 52. Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan irraayii?” jedhu. 53. “Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?” 54. Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin ilaaltanii?” 55. Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge. 56. Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte! 57. Odoo tolli Gooftaa kiyyaa na tiksuu baatee, silaa anis warra (ibidda) seenan irraa ta’een ture.” 58. (Warri jannataa ni jedhu): “sila nuti lamuu wahii duunaa? 59. Du’a keenya kan jalqabaa malee; nuti adabamoos miti.” 60. Kun isumatu milkii guddaadha. 61. Fakkaataa kanaatiif hojjattoonni haa hojjatanu.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute