Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
026

Ash-Shu'ara 26:128 اتبنون بكل ريع اية تعبثون ١٢٨

26:128
أَتَبۡنُونَ
بِكُلِّ
رِيعٍ
ءَايَةٗ
تَعۡبَثُونَ
١٢٨
Sila isin kan [nama tarutti] qishnitan taatanii iddoo ol fuudhamaa hunda irratti [gamoo] mallattoo ijaartuu?
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Hud's preaching to His People `Ad

Here Allah tells us about His servant and Messenger Hud, when he called his people `Ad. His people used to live in the Ahqaf, curved sand-hills near Hadramawt, on the borders of Yemen. They lived after the time of Nuh, as Allah says in Surat Al-A`raf:

وَاذكُرُواْ إِذْ
…

Hud's preaching to His People `Ad

Here Allah tells us about His servant and Messenger Hud, when he called his people `Ad. His people used to live in th

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 26, Page 372, Juz 19

123. Aad (ummanni huud) ergamtoota sobsiifte. 124. Yeroo obboleessi isaanii Huud “Sila (Rabbiin) hin sodaattanii? isaaniin jedhe. 125. Ani isiniif ergamaa amanamaadha. 126. Rabbiin sodaadhaa naaf ajajamaa. 127. Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irratti malee hin taane. 128. Sila isin kan [nama tarutti] qishnitan taatanii iddoo ol fuudhamaa hunda irratti [gamoo] mallattoo ijaartuu? 129. Kuusaa bishaaniitiifi gamoowwanis akka waan keessatti haftanuutti tolfattuu? 130. Yeroo [namoota adabbiif] qabdan gara jabeeyyii taatanii qabdan. 131. Rabbiin sodaadhaa naaf ajajamaa. 132. Isa waan [gaggaarii] isin beektan hundaan isin badhaase sodaadhaa. 133. Beyladootaafi ilmaaniinis isin badhaase. 134. Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]. 135. Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.” 136. [Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo gorsitoota irraa ta’uu baattes nurratti waluma qixa. 137. Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti. 138. Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]. 139. Isa sobsiisan. Nutis isaan balleessine. Dhugumatti, kana keessa mallattootu jira. irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane. 140. Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute