Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
026

Ash-Shu'ara 26:159 وان ربك لهو العزيز الرحيم ١٥٩

26:159
وَإِنَّ
رَبَّكَ
لَهُوَ
ٱلۡعَزِيزُ
ٱلرَّحِيمُ
١٥٩
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Response of Thamud, Their Demand for a Sign, and Their Punishment

Allah tells us how Thamud responded to their Prophet Salih, upon him be peace, when he called them to worship their Lord, may He be glorified.

قَالُواْ إِنَّمَآ أَنتَ مِنَ الْمُسَحَّرِينَ

(They said: "You are only of those bewitched

…

The Response of Thamud, Their Demand for a Sign, and Their Punishment

Allah tells us how Thamud responded to their Prophet Salih, upon him be peace, wh

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 26, Page 373, Juz 19

141. Samuud (ummanni Saalih) ergamtoota sobsiifte. 142. Yeroo obboleessi isaanii Saalih isaaniin jedhe: “Sila Rabbiin hin sodaattanii? 143. Ani isiniif ergamaa amanamaadha. 144. Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyya fudhaa. 145. Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane. 146. Sila waan as jiru (qabeenya kana) keessatti nageenyaan dhiifamtuu? 147. Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessatti, 148. Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu?) 149. Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu?) 150. Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa. 151. Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa. 152. Isaan Dachii keessatti badii raawwataniifi toltuu hin raawwannee” [jedhe]. 153. [Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame irraa isa tokkoodha. 154. Ati namuma akka keenyaati malee waan biraatii miti, Warra dhugaa dubbatan irraa yoo taate mallattoo fidi.” 155. [Saalihis] ni jedhe: “Isheen tun Gaala; isheef carraa dhugaatiitu jira; Isiniifis carraa dhugaatii guyyaa beekamaa ta’eetu jira. 156. Hamtuun ishee hin tuqinaa, [Yoo akkas gootan] adabbii guyyaa guddaatu isin mudata.” 157. Ishee waraananii sheena’oota ta’an 158. Adabbichis isaan qabate, Kana keessa mallattootu jira. Irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane. 159. Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute