Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
026

Ash-Shu'ara 26:160 كذبت قوم لوط المرسلين ١٦٠

26:160
كَذَّبَتۡ
قَوۡمُ
لُوطٍ
ٱلۡمُرۡسَلِينَ
١٦٠
Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Lut and His Call

Here Allah tells us about His servant and Messenger Lut, peace be upon him. He was Lut bin Haran bin Azar, the nephew of Ibrahim Al-Khalil, upon him be peace. Allah sent him to a mighty nation during the lifetime of Ibrahim, peace be upon them both. They lived in Sadum (Sodom) and it

…

Lut and His Call

Here Allah tells us about His servant and Messenger Lut, peace be upon him. He was Lut bin Haran bin Azar, the nephew of Ibrahim Al-Kh

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 26, Page 374, Juz 19

160. Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte 161. Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii? 162. Ani isiniif ergamaa amanamaadha. 163. Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhaa. 164. Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu, Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane. 165. Sila isin (qunnamtii saalaatiif) aalama hunda irraa dhiirotatti dhuftuu? 166. Waan Gooftaan keessan isiniif uume jaartiiwwan teessan iraa ni dhiiftuu? Dhugumatti isin ummata daangaa dabritoota” [jedhe]. 167. [Isaan] ni jedhan: “Yaa Luux! Yoo [waan jettu irraa] hin dhorgamin, dhugumatti warra [biyyarraa] baafaman irraa taata.” 168. [Luuxis] ni jedhe: “Dhugumatti, ani namoota dalagaa keessan jibban irraayyi. 169. Yaa Gooftaa kiyya! Anaafi maatii kiyya waan isaan dalagan irraa nu baraari.” 170. Isaafi maatii isaas walumaa galatti ni baraarre. 171. Dullattii warra [adaba keessatti] hafan irraa taate malee. 172. Ergasii warra biroo ni balleessine. 173. Bokkaa [adabbii] isaan irratti roobsine, Roobni warra akeekkachiifamanii waa fokkate. 174. Dhugumatti, kana keessa mallattootu jira, Irra hedduun isaaniis Mu’uminoota hin taane. 175. Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute