Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
026

Ash-Shu'ara 26:183 ولا تبخسوا الناس اشياءهم ولا تعثوا في الارض مفسدين ١٨٣

26:183
وَلَا
تَبۡخَسُواْ
ٱلنَّاسَ
أَشۡيَآءَهُمۡ
وَلَا
تَعۡثَوۡاْ
فِي
ٱلۡأَرۡضِ
مُفۡسِدِينَ
١٨٣
Namoota wantoota isaanii irraa hin hir’isinaa, badii hojjattoota taataniis dechii keessa badiin hin deeminaa.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Command to give Full Measure

Allah commanded them to give full measure, and forbade them to give short measure. He said:

أَوْفُواْ الْكَيْلَ وَلاَ تَكُونُواْ مِنَ الْمُخْسِرِينَ

(Give full measure, and cause no loss.) meaning, `when you give to people, give them full measure, and do not cause loss

…

The Command to give Full Measure

Allah commanded them to give full measure, and forbade them to give short measure. He said:

أَوْفُواْ الْكَيْلَ وَلاَ ت
…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 26, Page 374, Juz 19

176. Jiraattonni Aykah (bosonaa) ergamoota sobsiifte. 177. Yeroo Shu’ayb isaaniin jedhu: “sila Rabbiin hin sodaattanuu? 178. Ani isiniif ergamaa amanamaadha. 179. Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhadhaa. 180. Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu, Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane. 181. Safara guutaa; [haqa namaa] hir’iftoota irraa hin ta’inaa. 182. Madaala sirrii ta’een madaalaa. 183. Namoota wantoota isaanii irraa hin hir’isinaa, badii hojjattoota taataniis dechii keessa badiin hin deeminaa. 184. Isa isiniifi dhaloota duraanii uume sodaadhaa.” 185. [Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame irraa isa tokkoodha. 186. Ati nama fakkii keenyaa malee (uumaa biroo) hin taane; nutis sobdoota irraa ta’uu si yaadna. 187. Yoo warra dhugaa dubbatan irraa taate samii irraa cittuu wahii nurratti kuffisi” [jedhaniin]. 188. [Inni] ni jedhe: “Gooftaan kiyya waan isin dalagdan beekaadha.” 189. Isa sobsiisan, Adabbiin guyyaa gaaddisaa (duumessa gurraachaa) isaan qabate, Dhugumatti, inni adabbii guyyaa guddaa ta’eera. 190. Dhugumatti, kana keessa mallattootu jira, irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane. 191. Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute