Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
026

Ash-Shu'ara 26:39 وقيل للناس هل انتم مجتمعون ٣٩

26:39
وَقِيلَ
لِلنَّاسِ
هَلۡ
أَنتُم
مُّجۡتَمِعُونَ
٣٩
Namootaanis ni jedhame: “sila isin walitti qabamtanii? (Dafaa walitti qabamaa);
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Between Musa, peace be upon him, and the Sorcerers Allah describes the actual encounter between Musa, peace be upon him,and the Egyptians in Surat Al-A` raf, Surah Ta Ha, and in this Surah

The Egyptians wanted to extinguish the Light of Allah with their words, but Allah insisted that His Light should

…

Between Musa, peace be upon him, and the Sorcerers Allah describes the actual encounter between Musa, peace be upon him,and the Egyptians in Surat Al-

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 26, Page 368, Juz 19

34. [Fir’awn] qondaaltota naanna’a isaa jiraniin “dhugumatti, kun saahiree (falfalaa) akkaan beekaadha” jedhe. 35. “Sihrii isaatiin dachii keessan irraa isin baasuu fedhaa, isin immoo maalitti na ajajju” (jedhe). 36. [Isaanis] ni jedhan: “Isaafi obboleessa isaas tursiisi, Magaalota keessatti walitti qabdoota ergi. 37. Saahiroota (falfaltoota) beekumsa qaban hundaan sitti haa dhufanu.” 38. Saahiroonnis beellama guyyaa beekamaatiif walitti qabaman. 39. Namootaanis ni jedhame: “sila isin walitti qabamtanii? (Dafaa walitti qabamaa); 40. Yoo isaan kan injifatan ta’an, Saahiroota (falfaltoota) hordofuun keenya ni kajeelamaa.” 41. Falfaltoonni yeroma dhufan, Fir’awniin “Sila yoo nuti mo’attoota taaneef mindaan nuuf jiraa? ” jedhan. 42. [Fir’awnis] “Eeyyeen; isin yoosan [natti] dhihaattota irraa taatu” jedhe. 43. Muusaanis “Isin waan darbuu feetan darbaa” isaanin jedhe. 44. Haadoowwaniifi uleewwan isaanii ni darban; “Jabeenya Fir’awniin kakannee! Nuti dhugumatti nutu injifattoota” jedhan. 45. Muusaanis ulee isaa ni darbate, Yeroma san isheen waan isaan sobaan fakkeessan hunda liqimsite. 46. Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufan. 47. Ni jedhanis: “Gooftaa aalama hundaatti amanne. 48. Gooftaa Muusaafi Haaruunitti.” 49. [Fir’awni] ni jedhe: “Odoo ani isiniif hin hayyamin isatti amantanii? inni hangafa keessan kan sihrii isin barsiiseedha. Fuulduratti [waan ta’u] beekuuf jirtu, Dhugumatti, ani Harkoowwan keessaniifi Lukoowwan keessan wal-faallessuudhaan isin irraan mummura, Dhugumatti hunduma keessan isinin fannisa.” 50. Ni jedhan: “Rakkoon hin jiru! nuti gara Gooftaa keenyaa deebi’oodha. 51. Nuti jalqaba mu'imintootaa ta’uudhaan Rabbiin keenya badiilee teenya nuuf araaramuu ni kajeella”.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute