Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
026

Ash-Shu'ara 26:63 فاوحينا الى موسى ان اضرب بعصاك البحر فانفلق فكان كل فرق كالطود العظيم ٦٣

26:63
فَأَوۡحَيۡنَآ
إِلَىٰ
مُوسَىٰٓ
أَنِ
ٱضۡرِب
بِّعَصَاكَ
ٱلۡبَحۡرَۖ
فَٱنفَلَقَ
فَكَانَ
كُلُّ
فِرۡقٖ
كَٱلطَّوۡدِ
ٱلۡعَظِيمِ
٦٣
Gara Muusaatti beeysisa goone “ulee keetiin galaana rukuti” jechuun. [Yeroma inni dhahu] qoqqoodamee Kutaan qoodama isaa hunduu akka gaara guddaa ta’e.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Fir`awn's Pursuit and Expulsion of the Children of Israel, and how He and His People were drowned

More than one of the scholars of Tafsir said that Fir`awn set out with a huge group, a group containing the leaders and entire government of Egypt at that time, i.e., the decision-makers and influential

…

Fir`awn's Pursuit and Expulsion of the Children of Israel, and how He and His People were drowned

More than one of the scholars of Tafsir said that Fir

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 26, Page 370, Juz 19

52. Gara Muusaatti beeysisa goone “halkaniin gabroota kiyyaan deemi (baqadhu) isin [diinota keessaniin] hordofamoodha” jechuun. 53. Fir’awni magaalota keessatti walitti qabdoota ergee. 54. “Warri kun gareewwan xiqqoowaniidha. 55. Isaan nuuf dallansiisoodha. 56. Nuti hedduuwwan of eegdota” [jedhe]. 57. Ashaakiltiileefi burqaawwan irraa isaan baafne. 58. Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas. 59. Akka kanatti Ilmaan Israa’iil ishee dhaalchifne. 60. Bariifatoo ta’anii isaan hordofan. 61. Yeroma gareen lamaan wal argan, gareen Muusaa “nuti [garee Fir’awniin] dhaqqabamoodha” jedhan. 62. [Muusaan] ni jedhe: “lakkisaa! Dhugumatti, Gooftaan kiyya na wajjin jira, Inni [furmaatatti] na qajeelcha.” 63. Gara Muusaatti beeysisa goone “ulee keetiin galaana rukuti” jechuun. [Yeroma inni dhahu] qoqqoodamee Kutaan qoodama isaa hunduu akka gaara guddaa ta’e. 64. Bakka sanatti warra biraa dhiheessine. 65. Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine. 66. Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsiifne. 67. Kana keessa mallattootu jira, Irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane. 68. Rabbiin kee, Isumatu injifataa, rahmata godhaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute