Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
026

Ash-Shu'ara 26:69 واتل عليهم نبا ابراهيم ٦٩

26:69
وَٱتۡلُ
عَلَيۡهِمۡ
نَبَأَ
إِبۡرَٰهِيمَ
٦٩
Seenaa Ibraahim isaan irratti dubbisi.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

How the Close Friend of Allah, Ibrahim spoke out against Shirk

Here Allah tells us about His servant, Messenger and Close Friend, Ibrahim, upon him be peace, the leader of the pure monotheists. Allah commanded His Messenger Muhammad ﷺ to recite this story to his Ummah so that they could follow this e

…

How the Close Friend of Allah, Ibrahim spoke out against Shirk

Here Allah tells us about His servant, Messenger and Close Friend, Ibrahim, upon him be

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 26, Page 370, Juz 19

69. Seenaa Ibraahim isaan irratti dubbisi. 70. Yeroo inni abbaafi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe. 71. “Taabotawwan gabbarra; ishee [gabbaruu] irras warra turu taane” jedhan. 72. [Ibraahiim] ni jedhe: “sila yeroo isaan waammattan isin dhagahanii? 73. Yookiinis isin fayyaduu? Yookiinis isin miidhuu?” 74. [Isaanis] “Lakkisaa; abbootii keenya akkas kan dalagan agarre” jedhan. 75. [Ibraahiim] ni jedhe: “Sila waan gabbaraa turtan hubattanii jirtuu? 76. Isiniifi abbootiin keessan kan duraaniis? 77. Isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalamootaa malee (inni jaalalloo kooti). 78. [Inni] isa na uume, isatu na qajeelcha.” 79. Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha. 80. Yeroo an dhukkubsadhes, Isatu na fayyisa. 81. Isa na ajjeesuufi Sana booda na jiraachisuudha. 82. Isa guyyaa murtii badii kiyya akka naaf araaramu kajeeluudha. 83. Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenni, Namoota gaggaariitti na dhaqqabsiisi. 84. Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi. 85. Dhaaltota Jannata qananii (dhaalan) irraas na taasisi. 86. Abbaa kiyyaaf araarami, inni jallattoota irraa ta’eera. 87. Guyyaa isaan (gabroonni) kaafaman na hin xinneessin.” 88. Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne. 89. Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee. 90. [Guyyaa] Jannanni warra Rabbiin sodaataniif dhiheeffamte. 91. [Guyyaa] Ibiddi jahannam jallattootaaf muldhifamte. 92. [Guyyaa] “wanti isin gabbaraa turtan eessa jiru?” isaaniin jedhame. 93. “Rabbii gaditti (ta’anii) Sila isiniif tumsuu? Yookiin ni tumsamuu?” 94. Isaaniifi jallattoonni ishee keessatti darbamanii konkolaatan.. 95. Waraanni Ibliis hunduu (ni darbaman). 96. Isaan ishee keessatti wal falmaa ni jedhu: 97. Allaahn kakannee! Nuti dhugumatti jallina ifa ta’e keessa turre. 98. Yeroo Gooftaa aalamtootaatti isin qixxeessinu san. 99. Ficiltoota malee homtuu nu hin jallisne. 100. Araarsitoonni tokkollee nuuf hin jiru. 101. Hiriyaan garaa laafus (hin jiru) 102. Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana turre. 103. Kana keessa mallattootu jira. Irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane. 104. Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute