Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
009

At-Tawbah 9:115 وما كان الله ليضل قوما بعد اذ هداهم حتى يبين لهم ما يتقون ان الله بكل شيء عليم ١١٥

9:115
وَمَا
كَانَ
ٱللَّهُ
لِيُضِلَّ
قَوۡمَۢا
بَعۡدَ
إِذۡ
هَدَىٰهُمۡ
حَتَّىٰ
يُبَيِّنَ
لَهُم
مَّا
يَتَّقُونَۚ
إِنَّ
ٱللَّهَ
بِكُلِّ
شَيۡءٍ
عَلِيمٌ
١١٥
Rabbiin ummata tokko erga isaan qajeelchee booda hanga waan isaan eeggachuu qaban isaaniif ibsutti kan (isaan) jallisu (yakkamaa godhu) hin taane, Dhugumatti, Rabbiin waan hunda beekaadha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Recompense comes after Proof is established

Allah describes His Honorable Self and just judgment in that He does not lead a people astray but after the Message comes to them, so that the proof is established against them. For instance, Allah said,

وَأَمَّا ثَمُودُ فَهَدَيْنَـهُمْ

(And as for Thamud, W

…

Recompense comes after Proof is established

Allah describes His Honorable Self and just judgment in that He does not lead a people astray but after the

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 9, Page 205, Juz 11

113. Nabiyyichaafi warra amananiif, mushrikootaaf (Rabbiin) araarama kadhachuun kan malu hin taane, odoo firoota dhihoo ta’anillee, erga warra jahannam ta’uun ifa isaaniif ta’ee booda, . 114. Araarama abbaa isaatiif kadhachuun Ibraahiim waadattii ishee isaaf seene sana (guutuu) irraayyi malee waan biraa hin turre. Yeroma inni diina Rabbii ta’uun ifa isaaf ta’u isa irraa qulqullaa’e, Dhugumatti, Ibraahiim akkaan Rabbi kadhataadha, obsaadha. 115. Rabbiin ummata tokko erga isaan qajeelchee booda hanga waan isaan eeggachuu qaban isaaniif ibsutti kan (isaan) jallisu (yakkamaa godhu) hin taane, Dhugumatti, Rabbiin waan hunda beekaadha. 116. Dhugumatti, Rabbiin mootummaan samiileefi dachii kan Isaati. Ni jiraachisa; ni ajjeesas. Rabbiin alatti tiksaafi tumsaan tokkollee isiniif hin jiru.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute