Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
052

At-Tur 52:40 ام تسالهم اجرا فهم من مغرم مثقلون ٤٠

52:40
أَمۡ
تَسۡـَٔلُهُمۡ
أَجۡرٗا
فَهُم
مِّن
مَّغۡرَمٖ
مُّثۡقَلُونَ
٤٠
Moo mindaa isaan gaafatteeti kaffaltiin isaa isaanitti ulfaate?
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Affirming Tawhid and annulling the Plots of the Idolators. This is the position where Tawhid of Allah's Lordship andDivinity are affirmed

Allah the Exalted said,

أَمْ خُلِقُواْ مِنْ غَيْرِ شَىْءٍ أَمْ هُمُ الْخَـلِقُونَ

(Or were they created by nothing Or were they themselves the creators) Allah asks t

…

Affirming Tawhid and annulling the Plots of the Idolators. This is the position where Tawhid of Allah's Lordship andDivinity are affirmed

Allah the Exa

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 52, Page 525, Juz 27

29. Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti. 30. Moo “Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhanii? 31. “Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin. 32. Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata jallatoodha. 33. Moo Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu?” lakkii, isaan hin amanan. 34. haasaa fakkaataa isaatiin haa dhufanu Yoo kan dhugaa dubbatan ta’an. 35. Sila isaan odoo wanti isaan uume hin jirre uumaman? moo isaanumatu uumoo dha? 36. Moo samiifi dachii uuman? Lakki, isaan hin dhugoomsanu. 37. Moo Kuusaa Gooftaa keetiitu isaan bira jira, moo isaantu injifattoota? 38. Moo kortoo (samii geessu) kan isa keessaan (maleykota) dhagayantu isaaniif jira! Dhaggeeffataan isaanii ragaa ifa ta’een haa dhufu. 39. Moo Isaaf ilmaan dubaraa jiraataniiti isiniif immoo ilmaan dhiiraa jiru? 40. Moo mindaa isaan gaafatteeti kaffaltiin isaa isaanitti ulfaate? 41. Moo isaan bira iccitiin fagoo jiraateeti isaan barreeffatan? 42. Lakkii! Tooftaa baasuu fedhani, Warri kafare isaanuma kan tooftaan itti baafamu. 43. Moo Rabbiin malee gabbaramaa biraa qabu? Rabbiin waan isaan itti qixxeessan irraa qulqullaa’e. 44. Yoo samii irraa cittuu wahii kan gadi kuftu arganis “duumessa kuufamaadha” jedhu. 45. Hanga guyyaa isaanii kan isa keessa dhuman qunnamanitti isaan dhiisi. 46. Guyyaa tooftaan isaanii homaa isaan hin fayyadneefi isaanis hin tumsamne (hanga qunnamanitti). 47. Dhugumatti, isaan miidhaa raawwataniif sana dura adabbiitu jira. Garuu irra hedduun isaanii hin beekanu. 48. Murtii Gooftaa keetiitiif obsi. Ati tika keenya jala jirta. Yeroo kaatu Faaruu Gooftaa keetiitiin Isa qulqulleessi. 49. Halkanis Isa faarsi; yeroo urjiiwwan seenanis (faarsi).

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute