Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
043

Az-Zukhruf 43:55 فلما اسفونا انتقمنا منهم فاغرقناهم اجمعين ٥٥

43:55
فَلَمَّآ
ءَاسَفُونَا
ٱنتَقَمۡنَا
مِنۡهُمۡ
فَأَغۡرَقۡنَٰهُمۡ
أَجۡمَعِينَ
٥٥
Yeroo isaan Nu dallansiisan, haaloo isaanitti baanee, hunda isaaniituu dhidhimsiifne.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Fir`awn's Address to His People and how Allah punished Him

Allah tells us how Fir`awn stubbornly persisted in his rebellion and disbelief. He assembled his people and addressed them in a vainglorious fashion, boasting of his dominion over Egypt.

أَلَيْسَ لِى مُلْكُ مِصْرَ وَهَـذِهِ الاٌّنْهَـرُ تَجْرِ

…

Fir`awn's Address to His People and how Allah punished Him

Allah tells us how Fir`awn stubbornly persisted in his rebellion and disbelief. He assembled

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 43, Page 493, Juz 25

46. Dhugumatti, Muusaa raajiiwwan keenyaan gara Fir’awniifi qoondaaltota isaatti erginee, “ani ergamaa Gooftaa aalama hundaati” jedhe. 47. Yeroo raajiiwwan keenyaan isaanitti dhufu, isaan yeroo san isheetti kolfu. 48. Raajii irraa ishee obboleettii ishee irra caaltu malee isaan hin agarsiifnu. Akka isaan (gara keenya) deebi’aniif adabaan isaan qabne. 49. “Ati yaa kan sihrii hojjattu! Gooftaa kee waan waadaa siif galeen nuuf kadhu. Nuti ni qajeella” jedhan. 50. Yeroo adabbii isaan irraa saaqnu yoggusuma isaan waadaa diigan. 51. Fir’awnis ummata isaa keessatti lallabee, “yaa ummata kiyya! sila mootummaan Misraa anaaf hin turree? Laggeen kunis ana jala hin yaatuu? Sila hin agartanuu?” jedhe. 52. “Isa laafaa (tuffatamaa), dubbii adda baasuutti hindhihaanne kana irra anatu caala. 53. (Yoo akkas ta’e) maaliif gumeewwan warqee (dahaba) irraa hojjataman isa irratti hin buufamne? Yookiin maleykonni isa wajjin qindaawanii maaliif hin dhufne?” (jedhe). 54. Ummata isaa gowwoomse ajaja isaa fudhatan. Isaan ummata fincilaa turan. 55. Yeroo isaan Nu dallansiisan, haaloo isaanitti baanee, hunda isaaniituu dhidhimsiifne. 56. Dhaloota boodaatiif hangafaafi fakkeenya isaan taasifne.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute