Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
043

Az-Zukhruf 43:79 ام ابرموا امرا فانا مبرمون ٧٩

43:79
أَمۡ
أَبۡرَمُوٓاْ
أَمۡرٗا
فَإِنَّا
مُبۡرِمُونَ
٧٩
Moo Tooftaa baasanii?, nutis tooftaa itti baafne.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Punishment of the Doomed

The description of the state of the blessed is followed by a description of the state of the doomed.

إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِى عَذَابِ جَهَنَّمَ خَـلِدُونَ لاَ يُفَتَّرُ عَنْهُمْ

(Verily, the criminals will be in the torment of Hell to abide therein forever. It will not be l

…

The Punishment of the Doomed

The description of the state of the blessed is followed by a description of the state of the doomed.

إِنَّ الْمُجْرِمِينَ ف

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 43, Page 495, Juz 25

68. Yaa gabroota kiyya! Har’a sodaan isin irra hin jiru; isin hin gadditanus. 69. Isaan keeyyattoota keenyatti amananii, Muslimoota ta’an. 70. Isiniifi jaartiiwwan teessanis gammadaa jannata seenaa” (isaaniin jedhama). 71. Qoriiwwan warqee irraa ta’aniifi kubbaayyaaleen isaan irra naanna’ama. Ishee keessas waan lubbuuleen feetuufi ijoowwan itti gammaddutu jira. Isin ishee (jannata) keessatti hafoodha” (jedhamaani). 72. Jannatni sun ta ishee dhalchifamtani waan hojjachaa turtaniini. 73. Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’eetu jira. ishee irraa nyaattan. 74. Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu. 75. (Adabichi) Isaan irraa hin salphifamu; isaanis isa keessatti abdii muratoodha. 76. Nuti isaan hin miine; garuu isaan (ofumaaf) miidhaa hojjattoota ta’an. 77. (Waardiyaa ibiddaatiin) “yaa Maalik! Gooftaan kee haa nufixu (nuuf gaafadhuu)” (jedhanii) lallabu. (Maalikis) “isin ishee keessa turoodha” jedhe. 78. Dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufne. Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota. 79. Moo Tooftaa baasanii?, nutis tooftaa itti baafne. 80. Moo Nuti iccitii isaaniitiifi maqoo isaanii hin dhageenyu sehanii? Lakkisaa! (ni dhageenya); ergamtoonni keenyas isaan biraa barreessu. 81. (Yaa Muhammad!) jedhi: “yoo Rahmaaniif ilmi jiraatee, silaa anatu jalqaba warra (isa)(ilma san) gabbaraniiti.” 82. Rabbiin samiileefi dachii, Gooftaan arshii waan isaan ittiin (Isa) wassafan (ibsan) irraa qulqullaa’eera. 83. Isaan dhiisi (dhara keessa) seenanii haa taphatanii Hanga guyyaa isaanii, isa waadaa galaman qunnamanitti. 84. Inni Isa samii keessatti gabbaramaa, dachii keessattis gabbaramaati. Inni ogeessa, beekaadha. 85. Inni mootummaan samiilee, dachiifi waan isaan lamaan gidduu kan Isaa ta’e toltuun isaa baay'ate. beekumsi Qiyaamaas Isa biratti tahe, gara Isaatti deebifamtan. 86. Manguddummaa seenuu hin danda’anu Warri Rabbii gaditti waammatan, namoota dhugaa beekanii ragaa bahan malee. 87. Eenyuutu isaan uumee odoo isaan gaafattee “Allaahdha” jedhu. Akkamumatti irraa garagalfamuree? 88. Jechi inni (nabi Muhammad SAW!) “yaa Gooftaa kiyya! Dhugumatti, isaan kun ummata hin amanne” jedhe (sunis Allaah bira jira). 89. (Yaa Muhammad!) isaan irraa gara galii “nagaan (isin irra haa jiraatu)” jedhiin; (waan isaan mudatu) fuula dura beekuuf jiru.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute