Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
040

Ghafir 40:75 ذالكم بما كنتم تفرحون في الارض بغير الحق وبما كنتم تمرحون ٧٥

40:75
ذَٰلِكُم
بِمَا
كُنتُمۡ
تَفۡرَحُونَ
فِي
ٱلۡأَرۡضِ
بِغَيۡرِ
ٱلۡحَقِّ
وَبِمَا
كُنتُمۡ
تَمۡرَحُونَ
٧٥
“Kun waan dachii irratti haqaan ala gammadaa turtaniifi waan daangaa dabroo taataniifi”
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The End of Those Who dispute and deny the Signs of Allah

Allah says, `do you not wonder, O Muhammad, at those who deny the signs of Allah and dispute the truth by means of falsehood, how their minds are diverted from the truth and are misguided'

الَّذِينَ كَذَّبُواْ بِالْكِـتَـابِ وَبِمَآ أَرْسَلْنَ
…

The End of Those Who dispute and deny the Signs of Allah

Allah says, `do you not wonder, O Muhammad, at those who deny the signs of Allah and dispute

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 40, Page 475, Juz 24

69. Sila isaan keeyyattoota Rabbii keessatti morman akka itti irraa deebifaman hin arginee? 70. Isaan kitaabaafi waan Nuti ergamtoota keenya ittiin ergine sobsiisan, (hin arginee?) (fuul duratti) beekuuf jiru. 71. Yeroo sakaallaaleen sibiilaa mormoowwan isaaniitti kaayame, Sansaloonni (itti diramee) niharkifaman. 72. Bishaan danfaa keessa (harkifamanii) ergasii ibidda keessatti gubamu. 73. Ergasii isaaniin jedhama “Isaan Rabbitti qindeessaa turtan sun eessa jiran?”. 74. Rabbiin ala (gabbaraa kan turtan) nijedhan “Nu jalaa badaniiru Lakkisaa nuti asiin dura homaa gabbaraa hin turre!” Akka kanatti Rabbiin kaafiroota jallisa. 75. “Kun waan dachii irratti haqaan ala gammadaa turtaniifi waan daangaa dabroo taataniifi” 76. “Balbalaalee jahannam ishee keessatti hafoo ta’aa seenaa; (isheen) teessoo warra boontotaa ta’uun waa fokkate!” (isaaniin jedhama). 77. Obsi Dhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadha. Yoo garii waan waadaa isaaniif gallee si agarsiifne (waa tole); yookiin yoo si ajjeefne, garuma keenya deebifamu. 78. Dhugumatti, si dura ergamtoota erginee jirra. Isaan irraa warra seenaa isaanii siif himnetu jira. Isaan irraas warra seenaa isaanii siif hin himintu jiru. Ergamaan tokko hayyama Rabbiitiin ala keeyyata tokkoon dhufuu hin danda’u. Yeroo ajajni Rabbii dhufe, (dhimmichi) dhugaan murteeffama. Kijibdoonni achitti ni hoonga’u.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute