Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
040

Ghafir 40:82 افلم يسيروا في الارض فينظروا كيف كان عاقبة الذين من قبلهم كانوا اكثر منهم واشد قوة واثارا في الارض فما اغنى عنهم ما كانوا يكسبون ٨٢

40:82
أَفَلَمۡ
يَسِيرُواْ
فِي
ٱلۡأَرۡضِ
فَيَنظُرُواْ
كَيۡفَ
كَانَ
عَٰقِبَةُ
ٱلَّذِينَ
مِن
قَبۡلِهِمۡۚ
كَانُوٓاْ
أَكۡثَرَ
مِنۡهُمۡ
وَأَشَدَّ
قُوَّةٗ
وَءَاثَارٗا
فِي
ٱلۡأَرۡضِ
فَمَآ
أَغۡنَىٰ
عَنۡهُم
مَّا
كَانُواْ
يَكۡسِبُونَ
٨٢
Sila dachii keessa deemanii, booddeen warra isaan duraa akkam akka ta’e hin ilaallee? Isaan irra bay’ee, humnaanis irra ciccimoo, dachii keessatti faana dhiisuunis isaan caalu turan. wanti isaan dachii keessatti hojjachaa turan (adabbii) irraa isaan hin duroomsine.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Lesson to be learned from what happened to Those Who Came before

Allah tells us about the nations who rejected their Messengers in ancient times. He mentioned the severe punishment they suffered despite their great strength, He mentioned the traces which they left behind in the earth and the grea

…

The Lesson to be learned from what happened to Those Who Came before

Allah tells us about the nations who rejected their Messengers in ancient times. H

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 40, Page 476, Juz 24

79. Rabbiin Isa beyladoota, (garii ishee) yaabbattanii, (garii immoo) nyaattaniif isinii uumeedha. 80. Isiniif isaan keessa bu’aa adda addaatu jira. Akka dhimmoota qomoota keessan keessatti yaaddan ittiin bakkaan ga’attaniif (isinii uume). isaan irrattiifi dooniiwwan irratti baadhatamtanii (dachiifi bishaan keesa adeemtu). 81. Inni mallattoolee Isaa isin agarsiisa. Mallattoowwan Rabbii irraa kam mormitu? 82. Sila dachii keessa deemanii, booddeen warra isaan duraa akkam akka ta’e hin ilaallee? Isaan irra bay’ee, humnaanis irra ciccimoo, dachii keessatti faana dhiisuunis isaan caalu turan. wanti isaan dachii keessatti hojjachaa turan (adabbii) irraa isaan hin duroomsine. 83. Yeroo ergamtoonni isaanii ragaalee ifa ta’aniin isaanitti dhufan, beekumsa irraa waan isaan bira jirutti gammadanii (boonan). Wanti isaan itti qishnaa turan isaanitti qubate. 84. Yeroo adabbii keenya argan ni jedhan: “Rabbitti amanne; tokkichoomsine waan Isatti qindeessaa turrettis kafarre.” 85. Amanuun isaanii kan isaan fayyadu hin taane erga adabbii keenya arganii booda (Sun) karaa Rabbii kan gabroota Isaa keessatti dabreedha. Kaafiroonni achitti hoonga’e.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute