Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
014

Ibrahim 14:32 الله الذي خلق السماوات والارض وانزل من السماء ماء فاخرج به من الثمرات رزقا لكم وسخر لكم الفلك لتجري في البحر بامره وسخر لكم الانهار ٣٢

14:32
ٱللَّهُ
ٱلَّذِي
خَلَقَ
ٱلسَّمَٰوَٰتِ
وَٱلۡأَرۡضَ
وَأَنزَلَ
مِنَ
ٱلسَّمَآءِ
مَآءٗ
فَأَخۡرَجَ
بِهِۦ
مِنَ
ٱلثَّمَرَٰتِ
رِزۡقٗا
لَّكُمۡۖ
وَسَخَّرَ
لَكُمُ
ٱلۡفُلۡكَ
لِتَجۡرِيَ
فِي
ٱلۡبَحۡرِ
بِأَمۡرِهِۦۖ
وَسَخَّرَ
لَكُمُ
ٱلۡأَنۡهَٰرَ
٣٢
Rabbiin Isa samiifi dachii uumee samiiwwan irraas bishaan (rooba) buusee ittiin fuduraa irraa soorata isiniif baaseedha. Dooniis akka ajaja Isaatiin galaana keessa deemtu isiniif laaffise; laggeenis isiniif laaffise.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Describing Some of Allah's Tremendous Favors

Allah mentions some of the favors He has done for His creatures, such as creating the heavens as a protective ceiling and the earth as a bed. He also sends down rain from the sky and, in its aftermath brings forth a variety of vegetation, fruits and plants

…

Describing Some of Allah's Tremendous Favors

Allah mentions some of the favors He has done for His creatures, such as creating the heavens as a protect

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 14, Page 259, Juz 13

28. Sila gara isaan ni’imaa Rabbii kufriin jijjiiranii hinlaallee?,kan ummata isaanii ganda badii qubsiisan. 29. Jahannamiin ishee seensifaman, qubannaa waa fokkate! 30. Karaa Isaa irraa (namoota) jallisuuf Rabbiif hiriyoota godhan. “(yeroo xiqqoof) qanani’aa Dhugumatti deebiin keessan gara ibiddaati” jedhiin. 31. (Yaa Muhammad!) gabroota kiyya warreen amananiin jedhi “salaata ni dhaaban, waan Nuti isaaniif kennine irraas kan dhoksaniifi mul’isan ta’anii ni arjoomu (sagadaa, arjoomaa) odoo guyyaan bittaa gurgurtaafi jaalalleen isa keessa hin jirre hin dhufin dura”. 32. Rabbiin Isa samiifi dachii uumee samiiwwan irraas bishaan (rooba) buusee ittiin fuduraa irraa soorata isiniif baaseedha. Dooniis akka ajaja Isaatiin galaana keessa deemtu isiniif laaffise; laggeenis isiniif laaffise. 33. Aduufi ji’as walitti fufuun kan deeman ta’anii isiniif laaffisee halkaniifi guyyaas isiniif laaffise. 34. Waan isin Isa kadhattan hunda irraa isiniif kenne. qananii Rabbii odoo lakkooftani ishee fixuu hin dandeessanu. Dhugumatti, namni daran miidhaa hojjataa daran kafaraadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute