Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
014

Ibrahim 14:8 وقال موسى ان تكفروا انتم ومن في الارض جميعا فان الله لغني حميد ٨

14:8
وَقَالَ
مُوسَىٰٓ
إِن
تَكۡفُرُوٓاْ
أَنتُمۡ
وَمَن
فِي
ٱلۡأَرۡضِ
جَمِيعٗا
فَإِنَّ
ٱللَّهَ
لَغَنِيٌّ
حَمِيدٌ
٨
Muusaan nijedhe Yoo isiniifi namoonni dachii irra jiran hundi kafartan (Rabbiin homaa hin miitan) dhugumatti Rabbiin dureessa, faarfamaadha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Allah states that Musa reminded his people about Allah's annals anddays and of Allah's favors and bounties that He bestowed on them,when He saved them from Fir` awn and his people and the tormentand disgrace they used to exert on them.

They used to slaughter whomever they could find among their sons

…

Allah states that Musa reminded his people about Allah's annals anddays and of Allah's favors and bounties that He bestowed on them,when He saved them

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 14, Page 256, Juz 13

7. Ammas yeroo Gooftaan keessan lallabee: “Yoo na galateeffattan, (ni’imaa kiyya irraa) isiniifin dabala. yoo natti kafartan, dhugumatti adabbiin kiyya akkaan hamaadha” (jedhe yaadadhaa). 8. Muusaan nijedhe Yoo isiniifi namoonni dachii irra jiran hundi kafartan (Rabbiin homaa hin miitan) dhugumatti Rabbiin dureessa, faarfamaadha. 9. Sila oduun warra isin dura turanii isin hin geenyee? (Oduun) Kan ummata Nuuh, Aad, Samuudiifi warra isaan boodaa kan Rabbiin malee homtuu isaan hin beekne (isin hin geenyee)? Ergamoonni isaanii ragaawwan ifa ta’aniin itti dhufanii harkoowwan isaanii afaanoowwan isaanii keessatti deebisani “Dhugumatti, nuti isa isin ittiin ergamtanitti kafarree jirra. Ammas nuti isa isin itti nu waamtan irraa mamii dhamaasaa keessa jirra” jedhan. 10. Ergamoonni isaanii ni jedhan: “Sila Rabbii uumaa samiifi dachii ta’e, kan badii keessan irraa isiniif araaramuufi hanga yeroo murtaa’ee isin tursiisuuf isin waamu (jiraachuu isaa) keessa shakkiin jiraa?”. [Isaan] “Isin namuma akka keenyaa malee hintaane, waan abbootiin keenya gabbaraa turan irraa nu dhorguu barbaadan. mee ragaa ifa ta’een nutti kottaa” jedhan. 11. Ergamoonni isaanii isaanin ni jedhan: “Nuti nama fakkaataa keessanii malee hin taane. Garuu Rabbiin gabroota Isaa irraa nama fedhe irratti tola oola. Nuti hayyama Rabbiitiin malee taaytaa (ragaa) tokkoonis isinitti dhufuun nuuf hin taane. Mu’uminoonni Rabbi (qofa) irratti haa hirkatanu. 12. Sila dhugumatti odoo Inni karaa keenya nu qajeelchee jiruu maaltu nuuf jiraayyi Rabbi irratti hin hirkanne! Dhugumatti rakkoo isin nurrraan geessan irratti ni obsina. Hirkattoonni Rabbi irratti haa hirkatu.”

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute