Read and listen to Surah Ibrahim with translation, tafsir, audio recitation, word-by-word meaning, and transliteration. Translation by Ghali Apapur Apaghuna.
Alif Laam Raa (Inni) kitaaba gara keetti isa buufneedha. akka ati nama hayyama Gooftaa isaanitiin dukkana (kufrii) irraa gara ifaa (Islaamaa), gara karaa (Rabbii) injifataa, faarfamaa ta’ee baaftuuf.