Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
031

Luqman 31:31 الم تر ان الفلك تجري في البحر بنعمت الله ليريكم من اياته ان في ذالك لايات لكل صبار شكور ٣١

31:31
أَلَمۡ
تَرَ
أَنَّ
ٱلۡفُلۡكَ
تَجۡرِي
فِي
ٱلۡبَحۡرِ
بِنِعۡمَتِ
ٱللَّهِ
لِيُرِيَكُم
مِّنۡ
ءَايَٰتِهِۦٓۚ
إِنَّ
فِي
ذَٰلِكَ
لَأٓيَٰتٖ
لِّكُلِّ
صَبَّارٖ
شَكُورٖ
٣١
Sila akka dooniin tola Rabbiitiin galaana keessa deemtu hin arginee? (kuni) (Rabbiin) mallattoollee Isaa irraa isinitti agarsiisuufi. kana mallattooleetu jira akkaan obsitootaafii galateeffattootaa hundaaf .
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Allah tells us that He is the One Who has subjugated the sea so that ships may sail on it by His com"See the full heading"Allah tells us that He is the One Who has subjugated the sea so thatships may sail on it by His command, i.e. , by His grace and power

For if He did not give the water the strengt

…

Allah tells us that He is the One Who has subjugated the sea so that ships may sail on it by His com"See the full heading"Allah tells us that He is th

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 31, Page 414, Juz 21

31. Sila akka dooniin tola Rabbiitiin galaana keessa deemtu hin arginee? (kuni) (Rabbiin) mallattoollee Isaa irraa isinitti agarsiisuufi. kana mallattooleetu jira akkaan obsitootaafii galateeffattootaa hundaaf . 32. Yeroo danbaliin akka gaaraa isaan haguuge amantaa (kadhaa) Isaaf qulqulleessanii Allaah qofa kadhatu. Yeroma inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo, isaan irraa nama (kadhaa isaa iirraa) of qusatutu jira. Mallattoolee keenya waadaa diigaa, kafaraa hunda malee hin mormu. 33. Yaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaa. Guyyaa abbaan ilma isaa hin fayyadne, kan ilmis abbaa isaa homaa hin fayyadne san sodaadhaa. waadaan Rabbii dhugaadha. Jiruun addunyaa isin hin gowwoomsin. (Sheyxaanni) gowwomsaan (obsa) Rabbiitiin isin hin gowwoomsin. 34. Rabbiin beekumsi Qiyaamaa Isuma bira jira. Roobas ni buusa; waan gadaamessaalee keessa jirus ni beeka. Lubbuun tokkos waan boru carraaqqattu hin beektu. Lubbuun tokkos dachii kamitti akka duutus hin beektu. Rabbiin beekaa, keessa hubataadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute