Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
071

Nuh 71:15 الم تروا كيف خلق الله سبع سماوات طباقا ١٥

71:15
أَلَمۡ
تَرَوۡاْ
كَيۡفَ
خَلَقَ
ٱللَّهُ
سَبۡعَ
سَمَٰوَٰتٖ
طِبَاقٗا
١٥
Sila isin hin arginee akkamitti Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti akka uume ?
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Nuh complains about his Encounter with His People

Allah tells about His servant and Messenger, Nuh, and that he complained to his Lord about the response he received from his people, and how he was patient with them for this long period of time -- which was nine hundred and fifty years. He complaine

…

Nuh complains about his Encounter with His People

Allah tells about His servant and Messenger, Nuh, and that he complained to his Lord about the respo

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 71, Page 571, Juz 29

5. (Nuuhiin) ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Ani ummata kiyya halkaniifi guyyaan waame. 6. Waamichi kiyya (dhugaa irraa) baqa malee homaa isaaniif hin daballe. 7. Akka Ati isaaniif araaramtuuf dhawaata ani isaan waamuun qubbeen isaanii gurroowwan isaanii keessa kaa’anii uffata isaanii haguuggatanii (badii) itti fufan; booniinsa boonan. 8. Ergasii ani lallabeen isaan waame. 9. Achi boodas ani ifan isaaniif godhe; hasaasuus isaanittin hasaase. 10. Nin jedhe ‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; Inni Akkaan Araaramaadhan’. 11. Rooba baay'ee deddeebi'aa isin irratti erga. (rooba guddaa isiniif roobsa). 12. Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabala. Ashaakiltii isiniif godha laggeenis isiniif taasisa. 13. Maaltu isiniif jiraayi guddina Rabbii hin sodaanne? 14. Dhugumatti, sadarkaa sadarkaadhaan isin uumeera. 15. Sila isin hin arginee akkamitti Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti akka uume ? 16. Isaan keessatti ji'a ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi ho'aa (siraaja) taasise. 17. Rabbiin biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche. 18. Ergasii ishee keessatti isin deebisa, baasuus isin baasa. 19. Rabbiin dachii afata isiniif godhe. 20. Akka isin ishee irraa karaalee babal'aa seentaniif.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute