Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
050

Qaf 50:29 ما يبدل القول لدي وما انا بظلام للعبيد ٢٩

50:29
مَا
يُبَدَّلُ
ٱلۡقَوۡلُ
لَدَيَّ
وَمَآ
أَنَا۠
بِظَلَّٰمٖ
لِّلۡعَبِيدِ
٢٩
Ana biratti jechi hin jijjiiramu; Ani gabroota kiyya miidhaa miti.”
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Angel will bear Witness; Allah commands that the Disbeliever be thrown into the Fire

Allah the Exalted states that the scribe angel, who is entrusted with recording the deeds of mankind, will testify against him or her about the deeds he or she did on the Day of Resurrection. He will say,

هَـذَا م
…

The Angel will bear Witness; Allah commands that the Disbeliever be thrown into the Fire

Allah the Exalted states that the scribe angel, who is entrust

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 50, Page 519, Juz 26

16. Nuti dhugumatti, nama uumneerra. Waan lubbuun isaa itti hasaastus ni beekna. Nuti (beekumsa keenyan) hidda dhiigaa (dhamaa) irra gara isaatti dhihoodha. 17. Yeroo (maleeykonni) jecha fuudhan lamaan mirgaafi bitaa isaa irra taa’anii jecha fuudhan (yaadachiisi). 18. Jecha tokkoyyuu hin dubbatu Tiksaan itti dhihaataan isa bira jiraatu malee . 19. Machiin du’aa dhugaan dhuftee jirti. “Kun waan ati irraa dheessaa turteedha” (jedhamaan). 20. Xurumbaan ni afuufama; sun guyyaa sodaachisaati. 21. Lubbuun hundi haala ishee wajjin oofaafi ragaa bahaan jiranuun dhufte. 22. “Ati kana irraa daguu keessa turte. Nuti haguuggaa kee sirraa kaafne. ijji kee har’a qara” (jedhamaan). 23. Qindiin (maleeyakaan) isaa ni jedha: “kun waan (galmaa’ee) na bira dhihaataa tahee jiruudha.” 24. Akkaan kafaraa haqa didaa hunda jahannamitti darbaa. 25. (Kaafira) toltuu dhorgaa, daangaa dabraafi shakkaa ta’e (jahannamitti darbaa). 26. Isa Rabbii wajjin gabbaramaa biraa taasise azaaba cimaa keessa isa buusaa. 27. Hiriyaan isaa (kan sheyxaanaa) ni jedha: “Gooftaa keenya! Ani isa hin jallifne. Garuu isumatu jallina fagoo ta’e keessa ture.” 28. Rabbiin ni jedha,“Ana biratti wal hin falminaa, Ani dursee sodaachisa kiyya gara keessanitti ergeera. 29. Ana biratti jechi hin jijjiiramu; Ani gabroota kiyya miidhaa miti.”

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute