Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
034

Saba 34:15 لقد كان لسبا في مسكنهم اية جنتان عن يمين وشمال كلوا من رزق ربكم واشكروا له بلدة طيبة ورب غفور ١٥

34:15
لَقَدۡ
كَانَ
لِسَبَإٖ
فِي
مَسۡكَنِهِمۡ
ءَايَةٞۖ
جَنَّتَانِ
عَن
يَمِينٖ
وَشِمَالٖۖ
كُلُواْ
مِن
رِّزۡقِ
رَبِّكُمۡ
وَٱشۡكُرُواْ
لَهُۥۚ
بَلۡدَةٞ
طَيِّبَةٞ
وَرَبٌّ
غَفُورٞ
١٥
Dhugumatti, (warra) ‘Saba’iif’ iddoo jireenya isaanii keessatti mallattoon ta’eera. (Isheenis) oyruu lama gama mirgaafi bitaatiin kan taateedha. “Soorata Gooftaa keessanii irraa nyaadhaa; galata Isaaf galchaa.” (Biyyattiin keessanis) biyya gaariidha. (Rabbiin keessanis) Gooftaa araaramaadha” (isaaniin jedhame).
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Disbelief of Saba' (Sheba) and Their Punishment

Saba' refers to the kings and people of the Yemen. At-Tababa`ah (Tubba`) surname of the ancient kings of Yemen were part of them, and Bilqis, the queen who met Sulayman, peace be upon him, was also one of them. They lived a life of enviable luxury i

…

The Disbelief of Saba' (Sheba) and Their Punishment

Saba' refers to the kings and people of the Yemen. At-Tababa`ah (Tubba`) surname of the ancient kin

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 34, Page 430, Juz 22

15. Dhugumatti, (warra) ‘Saba’iif’ iddoo jireenya isaanii keessatti mallattoon ta’eera. (Isheenis) oyruu lama gama mirgaafi bitaatiin kan taateedha. “Soorata Gooftaa keessanii irraa nyaadhaa; galata Isaaf galchaa.” (Biyyattiin keessanis) biyya gaariidha. (Rabbiin keessanis) Gooftaa araaramaadha” (isaaniin jedhame). 16. (Ajaja Rabbii irraa) gara galaniiti lolaa hidhaa irraa isaanitti ergine, Ashaakiltii isaan lamaaniis oyruu lama kan abbaa dhandhama hadhaa’aa, birbirsaafi qurquraa irraas waan xiqqoo (kan qabdutti) isaaniif jijjiirre. 17. Waan isaan kafaraniif sana galata isaanii galchine. (Adaba akka kanaa) akkaan kafaraa malee ni galchinaa? 18. Gidduu isaaniitiifi gidduu gandattii barakaa ishee keessatti gooneetti gandoota walitti dhaabbatan goone. hanga adeemsaas ishee keessatti ni safarre. “Ishee keessas halkanoowwaniifii guyyootas nagayaan deemaa.” (jenneen). 19. Isaanis “Yaa gooftaa keenya! Gidduu deemsa (karaa) keenyaa addaan fageessi” jedhan. Lubbuulee isaanii miidhan, oduuwwan isaan taasifnee, bittinneessuu guutuu isaan bittinneessine. sana keessa namoota akkaan obsaniifi akkaan Rabbiin galatoomfatan hundaaf mallattooleetu jira. 20. Dhugumatti, Ibliis yaada isaa isaan irratti dhugoomseera. Garee xiqqaa mu’uminoota irraa ta’e malee isa hordofaniiru. 21. isaaf taaytaan tokkollee isaan irratti hin taane, Isa Aakhiraa dhugoomsu, isa ishee irraa shakkii keessa jiru irraa akka adda beeknuuf malee. Rabbiin kee wantoota hunda irratti tiksaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute