Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
034

Saba 34:41 قالوا سبحانك انت ولينا من دونهم بل كانوا يعبدون الجن اكثرهم بهم مومنون ٤١

34:41
قَالُواْ
سُبۡحَٰنَكَ
أَنتَ
وَلِيُّنَا
مِن
دُونِهِمۖ
بَلۡ
كَانُواْ
يَعۡبُدُونَ
ٱلۡجِنَّۖ
أَكۡثَرُهُم
بِهِم
مُّؤۡمِنُونَ
٤١
(Maleykonnis) “(yaa gooftaa keenya!) (qulqullina siif malu) si qulqulleessinee; isaan odoo hin taane gargaaraan keenya Suma qofa. (Akka isaan jedhan) mitii isaan jinni gabbaraa turan. Irra hedduun isaanii isaanitti amanoodha” jedhan.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Angels will disown Their Worshippers on the Day of Resurrection

Allah tells us that on the Day of Resurrection, He will rebuke the idolators before all of creation. He will ask the angels whom the idolators used to worship, claiming that their idols were in the form of these angels and that they

…

The Angels will disown Their Worshippers on the Day of Resurrection

Allah tells us that on the Day of Resurrection, He will rebuke the idolators before

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 34, Page 433, Juz 22

37. Qabeenyi keessaniifi ilmaan keessan kan dhiheenya gara keenyatti isin dhiheessu hin taane. Haa ta’u malee namoonni amananii, gaggaarii dalagan isaan sun sababa waan isaan dalaganiitiin mindaa dachaa ta’etu isaaniif jira. Isaanis gamoowwan ol fuudhamoo keessa nageenyaan jiraatu. 38. Warri dadhabsiisoo ta’anii keeyyattoota keenya keessatti sochii godhan, jarri sun adabbii (ibiddaa) keessa fidamoodha 39. “Dhugumatti, Rabbiin kiyya gabroota Isaa irraa nama fedheef soorata bal’isa; (nama fedhes) isatti dhiphisa.Wanta kamirraayyuu waan isin kennattan Inni bakka isa buusa. Inni irra caalaa warra soorata kennaniiti. 40. (Yaa Muhammad!) guyyaa (Rabbiin) hunda isaanii (gabbaraafi gabbaramaas) kaasee, ergasii maleykotaan “sila isaan kun isin gabbaraa turanii?” jedhu [yaadadhu]. 41. (Maleykonnis) “(yaa gooftaa keenya!) (qulqullina siif malu) si qulqulleessinee; isaan odoo hin taane gargaaraan keenya Suma qofa. (Akka isaan jedhan) mitii isaan jinni gabbaraa turan. Irra hedduun isaanii isaanitti amanoodha” jedhan. 42. Har’a (Guyyaa Qiyaamaa), gariin keessan garii fayyaduus ta’ee miidhuu hin danda’u. Isaan lubbuu ofii miidhanii “adaba Ibiddaa ishee sobsiisaa turtan san dhandhamaa” jenna. 43. Yeroo keeyyatoonni keenya ifa taatee isaan irratti dubbifamtus “kun namicha waan abbootiin keessan gabbaraa turan irraa isin dhorguu fedhu malee waan biraatii miti” jedhu. “Kun soba uumamaadha malee waan biraa hin taane” jedhu. Isaan kafaran yeroma dhugaan isaanitti dhufe “kuni sihrii ifa bahaa malee waan biraa hin taane” jedhan. 44. Kitaabota isaan baratan tokkollee isaaniif hin kennine. Siin durattis akeekkachiisaa (ergamaa) tokkollee gara isaaniitti hin ergine. 45. Warri isaaniin duraas sobsiisanii jiru. Isaan kun (humnaafi qabeenyaanis) tokko kurnaffaa waan isaaniif kenninee hin geenye. Ergamtoota kiyya sobsiisanii (Nuti isaan balleessine) adabbiin kiyyas akkam ta’e? (Mee xiinxali!)

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute