Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
038

Sad 38:31 اذ عرض عليه بالعشي الصافنات الجياد ٣١

38:31
إِذۡ
عُرِضَ
عَلَيۡهِ
بِٱلۡعَشِيِّ
ٱلصَّٰفِنَٰتُ
ٱلۡجِيَادُ
٣١
Waaree booda faradoon leenjifamoon, fiigichatti cimoo ta’an yeroo isa irra fidaman (dubbadhu).
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Sulayman the Son of Dawud

Allah tells us that he gave Sulayman to Dawud as a Prophet, as He says elsewhere:

وَوَرِثَ سُلَيْمَـنُ دَاوُودَ

(And Sulayman inherited Dawud) (27:1). meaning, he inherited prophethood from him. Dawud had other sons besides Sulayman, for he had one hundred free wives.

نِعْمَ ال

…

Sulayman the Son of Dawud

Allah tells us that he gave Sulayman to Dawud as a Prophet, as He says elsewhere:

وَوَرِثَ سُلَيْمَـنُ دَاوُودَ

(And Sulayman i

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 38, Page 455, Juz 23

30. Daawuudiif Suleeymaaniin kennine. Gabricha akkam tole! Inni akkaan tawbataadha. 31. Waaree booda faradoon leenjifamoon, fiigichatti cimoo ta’an yeroo isa irra fidaman (dubbadhu). 32. Ni jedhe: “ani jaalala qabeenyaa (fardaa) yaadannoo Gooftaa kiyyaa caalaa jaaladhe. hanga aduun (dukkana halkaniitiin) dhokattutti. 33. Isaan kana gara kiyya deebisaa” (jedhee), battalumatti lukaafi morma isaanii mummuruutti seene. 34. Dhugumatti Suleeymaaniin mokkorre. Siree isaa irratti qaama (laafaa) darbine. Eegasii ( tawbaa) deebi’e. 35. Ni jedhe: “Gooftaa kiyya! Naaf araarami; aangoo ana booda eenyuufillee hin malles naaf kenni. Dhugumatti, Ati situ akkaan kennaadha.” 36. Qilleensa isaaf laaffifnee, ajaja isaatiin laaftuu taatee gara inni fedhetti deemti. 37. Shayxaanotas isaan akkaan ijaaraniifi bishaan keessa akkaan lixan hunda (isaaf laaffifne). 38. Warri biroos kan diriin walitti hidhaman (isaaf laaffifne). 39. “Kun kennaa keenyaa, kenni! yookiin dhorgadhu! Herreegaan maletti” (janneen). 40. Dhugumatti, isaaf Nu bira dhihaannaafi deebii gaarii ta’etu jira.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute