Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
038

Sad 38:64 ان ذالك لحق تخاصم اهل النار ٦٤

38:64
إِنَّ
ذَٰلِكَ
لَحَقّٞ
تَخَاصُمُ
أَهۡلِ
ٱلنَّارِ
٦٤
Dhugumatti, sun dhugaadha; (inni) wal mormii warra ibiddaati.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Final Return of the Doomed

Having mentioned the final of the blessed, Allah follows that with mention of the final return of the doomed when they are resurrected and brought to account. Allah says:

هَـذَا وَإِنَّ لِلطَّـغِينَ

(This is so! And for the Taghin), which refers to those who disobey Alla

…

The Final Return of the Doomed

Having mentioned the final of the blessed, Allah follows that with mention of the final return of the doomed when they a

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 38, Page 457, Juz 23

49. Kuni (isaaniif) faaruudha. Isaan Rabbiin sodaataniif deebii gaariitu jira. 50. Jannata qubsumaa kan balballoonni isaaniif banaa ta’antu jira. 51. Ishee keessa (siree irratti) hirkatanii jiraatu. Ishee keessatti fuduraalee baay’eefi dhugaatiis ni waammatu. 52. Dubartoota (nama biraa ilaaluu irraa) ija gabaabsan, kan umriin isaanii wal qixa ta’etu isaan bira jira. 53. Kun waan guyyaa herregaatiif beellama godhamtaniidha. 54. Kun kennaa keenyaa, dhumti isaaf hin jiru. 55. Kun (kan mu’uminootaati) Daangaa dabartootaaf immoo deebii hamaa ta’etu jira. 56. Jahannama ishee seenantu jira. Afatichi waa fokkate! 57. Kuni bishaan danfaafi malaadhaa, haa dhandhamanu. 58. [Adabbiin] biraa fakkaataa isaa [kan duraa] ta’e gosa baay’eetu jira. 59. Kuni garee isinii waliin ibidda seenaniidha” (maleykaan jettiin) “Simannaan gaariin isaaniif hin ta’in, isaanis (numaa waliin) ibidda seenoodha” (matootiin jedhan). 60. (Hordoftoonnis) ni jedhu: “Isinis simannaan gaariin isiniif hin godhamin. Isintu karaa kan nuuf godhee (isin hordofne).” Iddoon teessumaa waa fokkatee! 61. Ni jedhu: “Gooftaa keenya! nama kana karaa nuuf godhe ibidda keessatti adabbii dachaa ta’e isaaf dabali.” 62. (Matootiin warra ibiddaa) Ni jedhu: “Maaliif namoota (duniyatti) warra baay’ee badii hojjatan irraa lakkaa’aa turre (asitti) hin argine? 63. (Nutu) qishnaa isaan godhate moo, ijoowantu isaan irraa nu dabe?” 64. Dhugumatti, sun dhugaadha; (inni) wal mormii warra ibiddaati.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute