Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
038

Sad 38:77 قال فاخرج منها فانك رجيم ٧٧

38:77
قَالَ
فَٱخۡرُجۡ
مِنۡهَا
فَإِنَّكَ
رَجِيمٞ
٧٧
(Rabbiin) ni jedhe: “ishee irraa ba’i; ati (rahmata irraa) fageeffamaadha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Story of Adam and Iblis

Allah mentions this story in Surat Al-Baqarah, at the beginning of Surat Al-A`raf, in Surat Al-Hijr, Al-Isra', Al-Kahf and here. Before creating Adam, peace be upon him, Allah told the angels that He was going to create a human being from sounding clay of altered smooth bl

…

The Story of Adam and Iblis

Allah mentions this story in Surat Al-Baqarah, at the beginning of Surat Al-A`raf, in Surat Al-Hijr, Al-Isra', Al-Kahf and

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 38, Page 457, Juz 23

71. Yeroo Gooftaan kee malaykotaan “Ani nama dhoqqee irraa uumuufan jira” jedhe [yaadadhu]. 72. “yeroo isa sirreessee, ruuhii kiyya (kan Ani uume) irraa isa keessatti afuufe isaaf sujuuda bu’aa” (jedheen). 73. Malaykonni hundi isaanii sujuuda bu’an. 74. Ibliis malee (sujuuda dide) boonee, kaafiroota irraa ta’e. 75. (Rabbiin) ni jedhe: “Yaa Ibliis! Waan Ani harka kiyyaan uumeef sujuuduu maaltu si dhorge? Ni boonte moo, of tuultota irraa taate?” 76. (Ibliis) ni jedhe: “Anatu isarra caala; ana ibidda irraa na uumte, isa immoo suphee (horofa) irraa isa uumte.” 77. (Rabbiin) ni jedhe: “ishee irraa ba’i; ati (rahmata irraa) fageeffamaadha. 78. Hanga guyyaa murtiitti abaarsi kiyya sirra haa jiraatu.” 79. (Ibliis) ni jedhe: “hanga guyyaa (du’a irraa) kaafamaniitti na tursiisi.” 80. (Rabbiinis) “dhugumatti, ati warra tursiifaman irraayi” jedheen. 81. “Hanga guyyaa yeroo beekamaatti.” 82. (Ibliis) ni jedhe: “jabeenya keetiin kakadhee! Isaan hunda nan jallisa. 83. Gabroota kee irraa isaan qulqulleefamoo malee.” 84. (Rabbiin) ni jedhe: “Egaa dhugaan (Ana irraayi), Ani dhugumaan jedha. 85. Jahannamiin siifi isaan irraa namoota si hordofan hundaaniin guuta.” 86. (Yaa Muhammad!) jedhi: “(Qur’aana) kana irratti mindaa isin hin gaafadhu. Ani warra of dirqan irraayis miti. 87. Inni gorsa aalama hundaati malee waanbiraa miti. 88. Dhugumatti, oduu isaa yeroo booda beekuuf jirtu.”

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute