Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
036

Ya-Sin 36:16 قالوا ربنا يعلم انا اليكم لمرسلون ١٦

36:16
قَالُواْ
رَبُّنَا
يَعۡلَمُ
إِنَّآ
إِلَيۡكُمۡ
لَمُرۡسَلُونَ
١٦
(Ergamtoonnis) “Rabbiin keenya ni beeka nuti gara keessanitti ergamoodha” jedhan.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Story of the Dwellers of the Town and Their Messengers, a Lesson that Those Who belied Their Messengers were Destroyed

Allah says, `O Muhammad, tell your people who disbelieve in you,'

مَّثَلاً أَصْحَـبَ القَرْيَةِ إِذْ جَآءَهَا الْمُرْسَلُونَ

(a similitude; the Dwellers of the Town, when there ca

…

The Story of the Dwellers of the Town and Their Messengers, a Lesson that Those Who belied Their Messengers were Destroyed

Allah says, `O Muhammad, te

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 36, Page 441, Juz 22

13. Isaaniif fakkeenya godhi warra gandaa kan yeroo ergamtoonni isheetti dhuftee. 14. Yeroo Nuti (ergamoota) lama gara isaaniitti erginee, isaan lamaanuu sobsiisanii, ergasii sadaffaadhaan (isaan) jajjabeessinee, “nuti gara keessanitti ergamoodha” jedhan (fakkeenya godhiif). 15. Isaanis “isin namuma akka keenyaati malee waan biraa miti. Rahmaan homa tokkoyyuu hin buufne; isin kan sobdan malee waan biraa hin taane” jedhan. 16. (Ergamtoonnis) “Rabbiin keenya ni beeka nuti gara keessanitti ergamoodha” jedhan. 17. “ homtuu nurra hin jiru geessiinsa ifa ta’e geessuu malee .” 18. (Ummannis) “Nuti isiniin hooddanne (milkii ilaallanne) yoo (waamicha keessan irraa) hin dhorgamin, dhagaan isin tumna. Adabbiin laalessaa ta’es nurraa isin tuqa” jedhan. 19. “Hooddannaan (milkii ilaallachuun) keessan isinumaa wajjin” jedhan. Sila yoo gorfamtanis (ni hooddattuu)? Akkasii miti Isinumatu ummata daangaa dabritoota” jedhan. 20. Kutaa fagoo magaalattii irraa namichi tokko fiigaa dhufee ni jedhe: “yaa ummata kiyya! Ergamtoota hordofaa. 21. Namoota mindaa (baasii) isin hin gaafanneefi ofii isaanitiifis qajeelfamoo ta’an hordofaa.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute