Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
010

Yunus 10:26 ۞ للذين احسنوا الحسنى وزيادة ولا يرهق وجوههم قتر ولا ذلة اولايك اصحاب الجنة هم فيها خالدون ٢٦

10:26
۞ لِّلَّذِينَ
أَحۡسَنُواْ
ٱلۡحُسۡنَىٰ
وَزِيَادَةٞۖ
وَلَا
يَرۡهَقُ
وُجُوهَهُمۡ
قَتَرٞ
وَلَا
ذِلَّةٌۚ
أُوْلَٰٓئِكَ
أَصۡحَٰبُ
ٱلۡجَنَّةِۖ
هُمۡ
فِيهَا
خَٰلِدُونَ
٢٦
Isaan toltuu hojjataniif (mindaa) gaariifi dabalataatu jira. Gurraachinniifi salphinni homaatuu fuula isaanii hin haguugu. Isaan sun warra jannataati. Isaan ishee keessatti hafoodha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Reward of the Good-Doers

Allah states that those who do good in this world -- by having faith and performing righteous deeds -- will be rewarded with a good reward in the Hereafter. Allah said:

هَلْ جَزَآءُ الإِحْسَـنِ إِلاَّ الإِحْسَـنُ

(Is there any reward for good other than good)(55:60) Then Al

…

The Reward of the Good-Doers

Allah states that those who do good in this world -- by having faith and performing righteous deeds -- will be rewarded wi

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 10, Page 212, Juz 11

25. Rabbiin gara mana nagayaatti waama. Nama fedhe gara karaa qajeelaati qajeelcha. 26. Isaan toltuu hojjataniif (mindaa) gaariifi dabalataatu jira. Gurraachinniifi salphinni homaatuu fuula isaanii hin haguugu. Isaan sun warra jannataati. Isaan ishee keessatti hafoodha. 27. Isaan hamtuu hojjatan mindaan hamtuu fakkaatuma isheetiin ta’a. Salphinni isaan haguugdi. Rabbi irraa wanti isaan tiksu isaaniif hin jiru. Fuulli isaanii akka waan kutaa halkan dukkaneessaa ta’e irraa ta’een hagoogamanii fakkaatti. Isaan sun warra ibiddaati. Isaan ishee keessatti hafoodha. 28. Guyyaa isaan hunda walitti qabnus, (dubbadhu). Ergasii isaan Nutti qindeessaniin ni jenna: “Isiniifi warri isin Nu waliin gabbaraa turtanis iddoo jirtan dhaabadhaa!” Sana booda gidduu isaanii addaan baafne. Warri isaan Nu waliin gabbaraa turaniis: “Isin nu gabbaraa hin turre” jedhu. 29. Rabbumatu ga’aadha. ragaa ta’uuf “Gidduu keenyaafi gidduu keessanitti Dhugumatti, nuti isin gabbaruu irraa dagatoo taanee turre.” 30. Achitti lubbuun hundi waan dabarsite ni beekkatti, Gara Rabbii Gooftaa isaanii kan dhugaa deebifamu. Sobni isaan uummachaa turan isaan irraa bada.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute