Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
010

Yunus 10:36 وما يتبع اكثرهم الا ظنا ان الظن لا يغني من الحق شييا ان الله عليم بما يفعلون ٣٦

10:36
وَمَا
يَتَّبِعُ
أَكۡثَرُهُمۡ
إِلَّا
ظَنًّاۚ
إِنَّ
ٱلظَّنَّ
لَا
يُغۡنِي
مِنَ
ٱلۡحَقِّ
شَيۡـًٔاۚ
إِنَّ
ٱللَّهَ
عَلِيمُۢ
بِمَا
يَفۡعَلُونَ
٣٦
Irra hedduun isaanii shakkii malee hin hordofan, shakkiin dhugaa irraa homaa hin duroomsu, Rabbiin beekaa waan isaan hojjataniiti.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

This invalidates and falsifies their claims for committing Shirk withAllah and worshipping different idols and rivals

قُلْ هَلْ مِن شُرَكَآئِكُمْ مَّن يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ

(Say: "Is there of your partners one that originates the creation and then repeats it") meaning, who is the one who

…

This invalidates and falsifies their claims for committing Shirk withAllah and worshipping different idols and rivals

قُلْ هَلْ مِن شُرَكَآئِكُمْ مَّن
…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 10, Page 213, Juz 11

31. jedhiin “Eenyutu samiifi dachii irraa isin soora? Yookiin dhageettiifi argituulee eenyutu dhuunfata? Ammas eenyutu jiraataa du’aarraa baasa, du’aa jiraatarraa baasa? Eenyutu waan hunda gara gaggalchas?” (jedhi). ‘Rabbuma’ jedhu. “Sila Rabbiin hin sodaattanii?” jedhiin. 32. Sun Allaah, Gooftaa keessan, kan dhugaati. Dhugaa booda jallina malee maaltu jira? Akkamitti irraa gara galfamtu? 33. Akka kanatti jechi Gooftaa keetii, warra fincilan irratti mirkanoofte. isaan hin amanana. 34. Jedhi.“Sila warra isin Rabbii wajjiin gabbartan irraa warri uumama jalqabee, ergasii isa deebisu jiraa?”. jedhi “Rabbiin uumama jalqabeeti, ergasiis deebisa. Akkamumatti gara galfamtu?” 35. Jedhi.“Sila warra isin Rabbii wajjin gabbartan irraa warri gara haqaatti qajeelchu jiraa?”. jedhi Rabbiin gara haqaatti qajeelcha. Sila Isa gara haqaatti qajeelchutu hordofamuu haqa godhatamoo isa yoo qajeelfame malee, qajeeluu hin dandeenyee dha? Sila isin maaltu isinii jiraaf akkuma feetan murteessitu? 36. Irra hedduun isaanii shakkii malee hin hordofan, shakkiin dhugaa irraa homaa hin duroomsu, Rabbiin beekaa waan isaan hojjataniiti.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute