Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
010

Yunus 10:63 الذين امنوا وكانوا يتقون ٦٣

10:63
ٱلَّذِينَ
ءَامَنُواْ
وَكَانُواْ
يَتَّقُونَ
٦٣
Isaan warra amananii, (Rabbiin) sodaachaa turaniidha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Identifying the Awliya' of Allah

Allah tells us that His Awliya' (friends and allies) are those who believe and have Taqwa of Allah as He defined them. Every pious, God-fearing person is a friend of Allah, therefore,

لاَ خَوْفٌ عَلَيْهِمْ

(no fear shall come upon them) from the future horrors they will

…

Identifying the Awliya' of Allah

Allah tells us that His Awliya' (friends and allies) are those who believe and have Taqwa of Allah as He defined them.

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 10, Page 216, Juz 11

61. (Yaa Muhammad!) Hojii kamillee keessatti hin taatu, Qur’aana irraas isa hin dubbiftu, dalagaa irraa waan tokkos hin hojjattan, yeroo isin isatti seentan Nuti isin irratti ragaalee taanu malee hin hafu. Wanti hanga atomii dachii keessattis ta’ee, samii keessattis Rabbii kee irraa hin fagaatu. Wanti san irra xiqqaas ta’ee guuddaan kitaaba addeessaa ta’e keessatti jiraatu malee hin hafu. 62. Dhagayaa! Dhugumatti, jaalalleewwan Rabbii sodaan isaan irra hin jiraatu; isaan hin gaddanis. 63. Isaan warra amananii, (Rabbiin) sodaachaa turaniidha. 64. Isaaniif jireenya addunyaa keessatti ta’ee kan Aakhiraa keessatti gammachuutu jira. Jechoota Rabbii jijjiiraan hin jiru. Sun isumatu milkii guddaadha. 65. Jechi isaanii si hin gaddisiisin. Dhugumatti, jabeenyi hunduu kan Rabbiiti. Inni dhaga’aa, beekaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute