Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
010

Yunus 10:67 هو الذي جعل لكم الليل لتسكنوا فيه والنهار مبصرا ان في ذالك لايات لقوم يسمعون ٦٧

10:67
هُوَ
ٱلَّذِي
جَعَلَ
لَكُمُ
ٱلَّيۡلَ
لِتَسۡكُنُواْ
فِيهِ
وَٱلنَّهَارَ
مُبۡصِرًاۚ
إِنَّ
فِي
ذَٰلِكَ
لَأٓيَٰتٖ
لِّقَوۡمٖ
يَسۡمَعُونَ
٦٧
Inni (Rabbiin) Isa halkan akka isa keessa boqattan, isiniif taasiseedha, guyyaas immoo kan ibsu. Dhugumatti, kana keessa namoota dhagayaniif mallattooleetu jira.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

All Might and Honor is for Allah -- He Alone has Full Authority within the Universe

Allah said to His Messenger ,

وَلاَ يَحْزُنكَ

(Do not greive) because of the remarks of these idolators, and depend on Allah and ask for His help. Put your trust in Him.

إِنَّ الْعِزَّةَجَمِيعاً

(For all power and honor

…

All Might and Honor is for Allah -- He Alone has Full Authority within the Universe

Allah said to His Messenger ,

وَلاَ يَحْزُنكَ

(Do not greive) becaus

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 10, Page 216, Juz 11

66. Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan Rabbiiti. Isaan Rabbiin ala wantoota biraa gabbaran, dhugaatti qindiifamoota hin hordofanu. hinhordofan mamii malee. isaan kijiba qofa uumanii odeessoo malee hintaane. 67. Inni (Rabbiin) Isa halkan akka isa keessa boqattan, isiniif taasiseedha, guyyaas immoo kan ibsu. Dhugumatti, kana keessa namoota dhagayaniif mallattooleetu jira. 68. “Rabbiin ilma godhate” jedhu. Inni (kana) irraa qulqullaa’ee jira. Inni durreessa, Wanti samiilee keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan Isaati, Kanatti ragaa homaatuu hin qabdan. Sila waan hin beekne Rabbi irratti jettuu? 69. “Dhugumatti, isaan Rabbi irratti kijiba uumanu hin milkaa’anu” jedhi. 70. (Kun) qananii addunyaa keessatti taateedha. Ergasii deebiin isaanii gara keenyatti qofa ta’a, Ergasii waan isaan kafaraa turaniif adabbii cimaa isaan dhandhamsiifna.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute