Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
012

Yusuf 12:32 قالت فذالكن الذي لمتنني فيه ولقد راودته عن نفسه فاستعصم ولين لم يفعل ما امره ليسجنن وليكونا من الصاغرين ٣٢

12:32
قَالَتۡ
فَذَٰلِكُنَّ
ٱلَّذِي
لُمۡتُنَّنِي
فِيهِۖ
وَلَقَدۡ
رَٰوَدتُّهُۥ
عَن
نَّفۡسِهِۦ
فَٱسۡتَعۡصَمَۖ
وَلَئِن
لَّمۡ
يَفۡعَلۡ
مَآ
ءَامُرُهُۥ
لَيُسۡجَنَنَّ
وَلَيَكُونٗا
مِّنَ
ٱلصَّٰغِرِينَ
٣٢
(Isheenis) ni jette: “kun isa isin isa irratti na komattaniidha. Anatu (qunnamtii saalaatiif) lubbuu isaa irraa isa abaabbale, ni dide. Yoo inni waan ani isa ajaju dalaguu dide Dhugumatti ni hidhama; Salphattoota irraas ni ta’a”.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The News reaches Women in the City, Who also plot against Yusuf

Allah states that the news of what happened between the wife of the `Aziz and Yusuf spread in the city, that is, Egypt, and people talked about it,

وَقَالَ نِسْوَةٌ فِى الْمَدِينَةِ

(And women in the city said...), such as women of chiefs

…

The News reaches Women in the City, Who also plot against Yusuf

Allah states that the news of what happened between the wife of the `Aziz and Yusuf spr

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 12, Page 239, Juz 12

30. Dubartoonni magaalattii keessa jiranis ni jedhan: “Niitiin mootichaa gabra ishee (qunnamtii saalaatiif) lubbuu isaa irraa isa abaabalti, Jaalalli isaas onnee ishee seenee jira. Dhugumatti, nuti jallina ifa ta’e keessatti ishee agarra.” 31. Yeroma hamii isaanii dhageessu, gara isaaniitti ergite, makaddaa (fiiNyaata) isaaniif qopheessite, Tokko tokkoon isaaniitiif hablee (billaa) ni kenitte. “Isaan irratti gadi bahi” jette, Yeroma isa argan isa dinqisiifatan Harkoowwan isaaniis mummuran, nijedhan “Rabbiin qulqulaa’ee, inni kun namaa miti, Inni kun maleykaa gaariidha malee waan biraatii miti”. 32. (Isheenis) ni jette: “kun isa isin isa irratti na komattaniidha. Anatu (qunnamtii saalaatiif) lubbuu isaa irraa isa abaabbale, ni dide. Yoo inni waan ani isa ajaju dalaguu dide Dhugumatti ni hidhama; Salphattoota irraas ni ta’a”. 33. [Inni] nijedhe “Gooftaa kiyya! Hidhaatu waan isaan itti na waaman irra ana biratti jaalatamaadha. Yoo Ati tooftaa isaanii narraa deebifte malee, ani gara isaaniin daba; wallaaltota irraa ta’a”. 34. Gooftaan isaa isaaf awwaatee tooftaa isaanii isarraa deebise. Dhugumatti, Inni (Rabbiin) Isatu dhaga’aa, beekaadha. 35. Sana booda erga mallattoowwan (qulqullummaa isaa mul’isu) arganii, yeroo murtaa’eef isa hidhuutu isaaniif mul’ate.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute