Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
012

Yusuf 12:84 وتولى عنهم وقال يا اسفى على يوسف وابيضت عيناه من الحزن فهو كظيم ٨٤

12:84
وَتَوَلَّىٰ
عَنۡهُمۡ
وَقَالَ
يَٰٓأَسَفَىٰ
عَلَىٰ
يُوسُفَ
وَٱبۡيَضَّتۡ
عَيۡنَاهُ
مِنَ
ٱلۡحُزۡنِ
فَهُوَ
كَظِيمٞ
٨٤
Isaan irraas gargalee “Yaa gadda kiyya! Yuusuf irratti” jedhe, gaddarraa irraa ijji isaa lamaanis addaatte; inni yaadaan guutamaadha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Allah's Prophet Ya`qub receives the Grievous News

Allah's Prophet Ya`qub repeated to his children the same words he said to them when they brought false blood on Yusuf' shirt,

بَلْ سَوَّلَتْ لَكُمْ أَنفُسُكُمْ أَمْرًا فَصَبْرٌ جَمِيلٌ

(Nay, but your own selves have beguiled you into something. So patie

…

Allah's Prophet Ya`qub receives the Grievous News

Allah's Prophet Ya`qub repeated to his children the same words he said to them when they brought fals

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 12, Page 245, Juz 13

80. Yeroma isa irraa abdii muratan, kan maryatan ta’anii kophaa ba’an, Guddaan isaanii ni jedhe: “Sila dhugumatti abbaan keessan kakuu Rabbi irraa ta’e isin irratti qabachuufi kana duras Yuusuf irratti waan daangaa dabartan hin beektanuu? Kanaaf ani hanga abbaan kiyya naaf hayyamutti yookiin (hanga) Rabbiin dhimma kana naaf murteessutti dachii kana gadi hin dhiisu. Inni irra caalaa murteessitootaati. 81. Gara abbaa keessanii deebi’aatii jedhaanii: “Yaa abbaa keenya! ilmi kee ni hate, Nuti waan beekneen malee ragaa hin baane. Nuti waan fagoo tiksitoota hin taane. 82. (Namoota) magaalaa nuti ishee keessa turreefi daldaaltota nuti isaan wajjin dhufnes gaafadhu, Nuti dhugaa dubbatoodha.” 83. (Ya’aquub) ni jedhe: “Lakkisaa; lubbuulee keessantu waan tokko isiniif midhaagsite (isa hojjattan); (Obsi koo) obsa bareedaadha, Rabbiin hunda isaan (sadeenuu) naaf deebisuun ni kajeelama. Inni Isumatu beekaa, ogeessa.” 84. Isaan irraas gargalee “Yaa gadda kiyya! Yuusuf irratti” jedhe, gaddarraa irraa ijji isaa lamaanis addaatte; inni yaadaan guutamaadha. 85. Nijedhan “Rabbitti kakannee! ati hanga manguddoo dadhabaa taatutti yookiin warra du’an irraa taatutti Yuusufiin dubbachuu irraa hin deemtu!”. 86. (Ya’aquub) ni jedhe: “Ani yaaddoofi gadda kiyyas Rabbuma qofattin himadha, Rabbirraa waan isin hin beeknen beeka. 87. Yaa ilmaan kiyya! deemaa Yuusufiifi obboleessa isaa irraa odeeffadhaa. Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa. Dhugumatti rahmata Rabbii irraa eenyullee abdii hin kutu ummata kaafiroota malee.”

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute