Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
012

Yusuf 12:99 فلما دخلوا على يوسف اوى اليه ابويه وقال ادخلوا مصر ان شاء الله امنين ٩٩

12:99
فَلَمَّا
دَخَلُواْ
عَلَىٰ
يُوسُفَ
ءَاوَىٰٓ
إِلَيۡهِ
أَبَوَيۡهِ
وَقَالَ
ٱدۡخُلُواْ
مِصۡرَ
إِن
شَآءَ
ٱللَّهُ
ءَامِنِينَ
٩٩
Ergasii yeroo Yuusufiin bira seenan, haadhaafi abbaa isaa gara ofiitti qubsiise, nijedhe “Yoo Rabbiin fedhe nagayaan Misraan seenaa”
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Yusuf welcomes His Parents - His Dream comes True

Allah states that Ya`qub went to Yusuf in Egypt. Yusuf had asked his brothers to bring all of their family, and they all departed their area and left Kana`an to Egypt. When Yusuf received news of their approach to Egypt, he went out to receive them. T

…

Yusuf welcomes His Parents - His Dream comes True

Allah states that Ya`qub went to Yusuf in Egypt. Yusuf had asked his brothers to bring all of their f

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 12, Page 247, Juz 13

99. Ergasii yeroo Yuusufiin bira seenan, haadhaafi abbaa isaa gara ofiitti qubsiise, nijedhe “Yoo Rabbiin fedhe nagayaan Misraan seenaa” 100. Abbaafi haadha isaa siree irratti ol fuudhe, Isaan sujuuda isaaf bu’an, [Inni] ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! kun hiika manaama kiyyaa kan duraaniiti. Gooftaan kiyya dhugaa ishee taasiseera. Gooftaan kiyya tola natti oolee jira. yeroo mana hidhaa irraa na baasee, isin baadiyaa irraa isinfidhe, Erga shayxaanni anaafi obboleeyyan kiyya gidduutti diinummaa uumee booda, Dhugumatti, Gooftaan kiyya nama fedheef mararfataadha, Inni Isa qofatu beekaa, ogeessa. 101. Gooftaa kiyya! dhugumatti mootummaa irraa naaf kennitee jirta, Hiika manaamotaa irraas na barsiiftee jirta, (Yaa) Uumaa samiifi dachii! Ati Duuniyaafi Aakhiraattis gargaaraa kiyya. Muslima taasisii na ajjeesii, Warra gaggaarittis na dhaqqabsiisi.” 102. Kun oduulee fagoo irraayyi, Gara keetti isa beeksifna, ati isaan bira hin turre Yeroo isaan kan (Yuusufitti) shira baasan ta’anii dhimma isaanii waliin qindeessan. 103. Irra hedduun namootaa (amanuu isaaniitiif) odoo bololtees kan amananii miti. 104. Ati isa irratti mindaa wahii isaan hin gaafattu, Inni (Qur’aanni) aalamaaf gorsa malee waan biraatii miti.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute